Judges 6:34 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lubbuuni AABBO Waaqa Gideoni ira bute, inni magalata d'ae, worra balbala Abiezeri ufiti yaame.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hafuurri Rabbii Geedewooniin keessa seennaan inni xurumbaa afuufee, namoota Abi'eezarii waame; isaanillee isa faanaa deeman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ayyaanni Mootii Waan Maraa Giidewon irratti bu'e; innille sanyiin Abii'ezerii akka isa hordottuuf tultullaa afuufe.