Judges 6:35 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle lafa gosa Manase ch'ufa keesa nama erge, worra ch'ufa ufiti yaame. Nama gara gosa Asheritifi ka Zabulonitifi ka Naftalile erge, duuba worrileeni iti d'ufe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gara gosa Minaase'ee maraa dhaamsa ergee isaanillee wol waaman, gara gosa Aseeriitii fi gara worra Zaabiloonii, gara gosa Niftaalemii dhaamsa erge; isaanillee yaa'anii gara isaa dhufan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni gosi Minaase'ee duudiin akka isa hordottuuf itti ergee waansise; inni ammalle gosa Asheeriititti, gosa Zebulooniitii fi gosa Niftaalemiititti erge; isaaniille Giidewonii fi namoota isaa woliin wol dhaggiisaaf ol bayane.