Judges 6:37 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Me ilaali, anini qoola dabbasa qabu fulla dargaye iti daanani kayu jira. Yo bori diirama fit'eesi qola suni gubbaa jiraate, ka ammo lafa injirre, anini aka atini worra Israeli harka kiyyaani baaftu sunini beekha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
kunoo ani rifeensa hoola'aa obdii keessa kaayaa, yoo lafti gogaa ta'ee rifeensa hoola'aa caallaa irratti fixeensi bu'e, akka ati ijoollee Israa'elii naan oolchitu hin hubadha» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
kunoo ani rifeensa hoole'ee ka quxame eeddummee keessa hin keya; boru ganama latti marti goddee, rifeensa hoole'ee ka quxame san qofa irra fixeensi yoo jiraate, ati Israa'eloota harkuma kiyyaan akka baattu ani hin beeka» jedhe.