Judges 6:38 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti ch'ufti akasuma taate. Hojja Gideonini boriyya ganama lafaa kae. Inni qoola suni wolti kuuch'e, fit'eesa qori guddo guutu iraa woraabe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonti sunillee akkuma inni jedhe ta'e; innillee ganama ka'ee rifeensa hoola'aa irraa fixeensa itti bu'e cuunfee waan bisaan itti woraaban tokko guute.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Wonni kunille akkuma inni jedhe teete. Giidewon boruyyaa ganama ka'ee, rifeensa hoole'ee quxame san yennaa miice, bisaan qorii tokko guutu keessaa baye.