Judges 6:39 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Gideonini waan Waaqaani jed'e, Nati indallanini, ammalle tokotu wojed'a; ammalle maro lameeso qoola kanani wo laala. Maro tana qoli ha gogoge, lafti jiituti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Geedewoon ammallee Rabbiin «Ani waa si gaafadhaa naan hin lolin; yabo'ootii ammallee qoree laalaa rifeensi gogaa ta'ee lafti martuu fixeensaan haa jiituu; kun akka malkata naa ta'u» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Giidewon Waaqaan, «Ammalle gaaffii tokko si gaafadha, maganne'e natti hin aariin; rifeensi hoole'ee ka quxame sun gogee, lafa duudii irratti fixeensi akka itti bu'u godhi» jedhe.