Judges 6:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri lafa worra Israeli keesa qubate, mid'aani worra duraa balleese, haga dira Gazaa. Ammalle loonifi reefi harrele fud'atani, waan worri Israeli jiraatuni ch'ufa duraa fud'atani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan irratti quphatanii haga Gaaza'aatitti midhaan, horii, hoolota, sangoota, harriinii fi horii isaanii maraa jalaa balleessan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan lafa sanitti qubatanee, midhaan haga adaala Gaaza'aa jiru mara balleessane; horii Israa'elooti ittiin leetu hoolee, loonii fi geejjiba isaanii duudii tokkolle hin lakkinneef.