Judges 6:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
duuba inni raaga worraa erge, ka d'aamsa AABBO Waaqa Israeli hime waan jed'e. Anini lafa Misiri ta isani tisse iti taatani keesaa isani baase.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Waandhi gara ijoollee Israa'elii raagaa erge; innillee akkana jedhe; «Rabbi Waandhi Israa'elii akkana jedha, ani biyya Misiriitii garbummaa jalaa isin baase.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa raagaa tokko gara isaanii erge; innille isaaniin, «Mootiin Waan Maraa Waaqi Israa'elii, ‹Ani biyya Gibxi'ii lafa garbumma'aa keessaa isin baaseera.