Judges 6:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini harka worra Misiritiifi nama isani dabse ch'ufa keesaa isani baase, worra isani duraa gusse, lafa isaani isanii kenne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani biyya Misiriititti harka worra isin dhiibuu jalaa isin baase, isaanillee isin afo'oo ari'ee biyya isaanii isinii kenne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani harka worra Gibxi'iitii fi harka worra isin cunqursuu mara jalaa isin baaseera; Kana'aanota isin duraa ari'ee, lafa isaaniille isiniif kenneera.