Judges 7:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyya toko Yerubaalini, yokhaani Gideonini isaafi nami isa woliini jiru ch'ufti, ganama lafaa kaani d'aatu maddo Harodi qubatani. Ollani Midiani bale keesa, worrani mirgaa, d'aatu gaara More jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Geedewooniin «Yiruba'aal» jedhamee fi baniin isa woliin jiru ganamaan ka'anii burqaa Haaroodii biratti quphatan; gandi worra Miidiyaamii isaaniin gara mirgaatitti tulluu Moore'ee ladda dhooqa keessa jiran ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Boruyyaa ganama Giidewon ka, «Yiruub-Ba'aal» jedhamee fi worri isa woliin jiru marti barii ganama ka'anee, madda Haarodii bira qubatane; worri Miidiyaanii ammoo, addee isaan qubatane irraa gara kaabaatitti, kooba Mooree bira dhooqa keessa qubatane.