Judges 7:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
duuba waan worri jed'u d'ageetani, garaa jabaatani worra haatani. Jennaani Gideonifi hojattuuni isaa Purani moga olla nyaapati dabrani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan jedhan dhageettaa; achiin maayessa ganda isaaniititti duulu'uuf hunna argattanii» jedheen; Geedewoonii fi garbichi isaa Furaan gara ganda duulli jiruu gad bu'an worri Miidiyaamii, worri Amaaleqiitii fi namoonni gara baya biiftu'uu maruu
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati waan isaan jedhanu dhageetteen duuba, quttuma san loliisaaf jajjabeenna hin dhaggatta» jedhe. Achiin duuba Giidewon tajaajilaa ifii Phuraa woliin, gara qarqara quttuma sanii gad dhaqane.