Judges 7:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Midianitifi ka Amalekitifi ka ilaboruleeni aka tuuta awaanisaa bale suni keesa ch'iisa; gaali worraleeni muumme inqabu, aka maansa afaani galaana jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
ka baay'inni isaanii akka awwaannisaa dhooqa keessatti quphataniiran; baay'inni gaala isaaniillee akka xidhacha galaanaa ka laakkobsa hin qabneeti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri Miidiyaanii, worri Amaaleqiitii fi kolbaan gara lafa baya adu'uu marti, akka heechaa awwaannisaa heddatanee, dhooqa keessa qubataneeraniiyyu; bacinni gaalota isaaniille akka maansa qarqara abbaaya'aa ka hin laakkowannee ti.