Judges 7:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani waheli isaa kaani waan jed'eeni, Oobjuuni tunini waan d'ibi ind'ooftu, goraade Gideoni ilma Yoashi ka gosa Israeli male! Waaqi yayu harka isaati worra Midianitifi duula keenna ch'ufa kenne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka inni itti himellee deebisee, «Kun guraadee nama ilma Iyyoo'aasii Geedewoonii nama Israa'eliiti! malee waan biraatii miti; Rabbi worra Miidiyaamiitii fi loltoota isaanii harka isaanii jala oolcheera ka'aa'a!» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Jaalli isaa deebisee, «Hiikkaan oojjuu tanaa shallaagaa Giidewonii ilma Yo'aasii nama Israa'elii ti malee, waan dhibi'itti hin hiikantu; Waaqi worra Miidiyaaniitii fi loltoota isaanii duudii harka isaatitti dabarsee kenneera» jedhe.