Judges 7:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gideonini oobju namichi oobjateefi waan isiini d'ooftu d'agaye jennaani, jilbifate Waaqa kad'ate. Duuba duula Israeliti deebie waan jed'e, Kakaa! AABBO Waaqi yayu duula Midiani harka keesaniti kenne!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Geedewoon eebju'uu fi hiikkaa eebjuu sanii haga dhagaye Rabbiin galatoonfate; achii gara ganda Israa'elii deebi'ee Rabbi loltoota Miidiyaamii harka keessan jala galcheeraa ka'aa'a» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Giidewon oojju'uu fi hiikkaa isi'ii yennaa dhage'e, jilbiiffatee Mootii Waan Maraatiif sagade. Achiin duuba gara quttuma Israa'elootaa deebi'ee, «Loltoota worra Miidiyaanii, Mootiin Waan Maraa harka keessanitti dabarsee waan kenneef, ka'a'a!» jedheen.