Judges 7:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni duula isaa ka nama d'ibba sadi fulla saditi gargari qoode, nama ch'ufa magalatafi waan aka okhole, ifse keesa kaye, kenneefi waan jed'eeni,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Geedewoon namoota dhibba sadihii bakka sadihitti addaan qoodee namoota marattuu xurumba'aa fi ottee duwwaa keessa shawaa kaayee namootatti kenne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni namoota dhibba sad san golii saditti qoodee, tultulla'aa fi okkotee duwwaa xassaa ifi keessaa qaddu, tokko tokkoo isaaniitiif kenne.