Judges 7:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja anini moga ollatini bahe, aka dansa na laala, waan anini jed'u tolcha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa, «Na laala'aatii waan ani godhe godhaa'a,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni isaaniin, «Na ilaala'aatii, waan ani godhu godha'a; yennaa ani qarqara quttumaa gewu, akkuma ani godhu isinille godha'a.