Judges 7:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gideonifi gumiini isaa nami d'ibba toko, ka halkani diquma wolqit'aini, eegi nami eeddo woljijire, moga olla d'ufani, duuba magalata d'aani waan aka okhole ka harka qabani ch'ach'absani,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Halkan qixxeen uduu hin geenneen dura hennaa worri eegu wol jijjiirutti, Geedewoonii fi namoonni dhibbaa ka isa woliin jiran gara qe'ee dhufanii xurumbaa ufii afuufanii ottee harkaa qabanillee caccabsan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Giidewonii fi namooti dhibbi tokko worri isa woliin jiru, halkan wodhakka'aan dura, worri eeddotaa ka halkan kutaa lammeesso'oo keessa eegu, jijjiiramaneen duuba dhufane; isaan tultullaa afuufanee, okkotoota harkatti qabataneeranu caccassane.