Judges 7:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan Gideoni jed'e, Nami si woliini jiru muumme inqabu, anini dandae worra Midiani harka worrati inkennu. Hegeri worri kiyyibe waan jed'u, Numati harka keennani ufi baase jed'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Geedewooniin, «Baniin si woliin jiru baay'ateera; kanaaf worri Israa'elii ufiin uf oolche jedhee akka uf hin janye, ani worra Miidiyaamii dabarsee harka isaanii jala hin oolchu;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Giidewoniin, «Worra Miidiyaanii harka isaaniititti dabarsee akka hin kennine, worri si woliin jiru heddu'u; Israa'elooti, ‹Hunnuma teennaan injifanne› jedhanee akka na irratti hin koorre,