Judges 7:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gideonini gara bisaani worra geesa, AABBO Waaqi waan jed'eeni, Nama aka sare arabaani bisaani d'ugufi ka jilbifate bisaani d'uga gargari naa baasi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniillee gara lagaa buuse; Rabbi Geedewooniin, «Nama gad jedhee akka sareen arrabaan bisaan dhugutti gad jedhee dhugu maraa adda baasi; nama jilbiiffatee ganaa harkaatiin bisaan dhugu maraa adda baasi!» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Giidewon namoota gara bisaanii geesse; Mootiin Waan Maraalle, «Nama akka sare'ee arraba ifiitiin bisaan laccisuu fi nama jilbiiffatee, bisaan unu gargar baasi» jedhe.