Judges 7:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Gideonini worra Israeli ch'ufa galche nama d'ibba sadi ka woreegaafi magalata baatu male. Ollani Midiani bale keesa worra jala jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dhalee baniin harkaa qabuu fi xurumbaa fudhatanii namoota Israa'elii ka hafe maraa gara qe'ee keessanii galaa'a jedheen; namoonni dhibba sadihii ka hafan garuu isa woliin hafan; gandi worra Miidiyaamii goda isaan keessa jiraatanii gad jiran.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf Giidewon, galaa isaaniitii fi tultullaa isaanii irraa fuudhee gara mana isaanii isaan deebise; namoota dhibba sad san ammoo, ifi biratti hamburate; yennaa san worri Miidiyaanii isaaniin jala dhooqa keessatti qubateeraayyu.