Judges 8:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani jaari Efraimu waan Gideonini jed'e, Atini maanifi gaafa worra Midiani had'u deemte nu d'ossite? Atini maanifi nu iyyaamini? Worri guddo dallane hameenna arge.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa namoonni Efreemii Geedewooniin, «Maaf akkana nu goote? hennaa worra Miidiyaamiitiin lolu'uuf baate maaf nu waamuu didde?» jedhanii mararamanii gara hanqoo ufii himatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba kolbaan Efreemii Giidewoniin, «Ati worra Miidiyaanii loliisaaf yennaa baate, maaf nu waamuu dhadde? Maaf akkas nu goote?» jedhanee guddoo isa komatane.