Judges 8:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gideonini kara d'aatu afaani lafa aloo deemu gula deeme. Nobafi Yogbeha ilaboru, ka worri quba inqamne, nyaapa suni had'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Geedewoonillee gara cinaa worra daasee keessa taa'aniiranii Noobaahii fi Yoogibihaa gara cinaa baya biiftu'uutiin bayee uduma isaan isa hin argine dimmaa loltoota san dhaye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Giidewon karaa worri hori'iin godaanu, ka Noba'aa fi Yogbehaa irraa gara baya adu'uu jiruu dhaqee, loltoota dedhuma jiranu san lole.