Judges 8:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Gideonini gara worra Sukothi deeme waan jed'eeni, gaafa na qarqaaru didani inqabataniyu isani waan jettani, Haga atini Zebafi Salmuna qabduti sagale nama kanke ka dad'abini ijeefte inkenninu jettani. Amma worri sunini kunooti!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa Geedewoonillee gara namoota Suukootii dhaqee, «Namoota kee ka beelayanii dadhabanii akka buddeena kenninu Zaabiheelii fi Silmaanaan harka kee jala jiranii? jettanii natti coortan; Zaabiheelii fi Silmaanaan amma kunooti» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Giidewon gara kolbaa qachaa Suukootii dhaqee, «Zeba'aa fi Zalmunaan ka isin marroo isaaniitiif, ‹Ati haga ammaa Zeba'aa fi Zalmunaa hin boojine, nuuti loltoota dadhaddeef maaf sagalee kennina ree?› jedhaa natti murgitanu, kunoo ti» jedheen.