Judges 8:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani inni ilma isaa ka angafa Yeterini waan jed'e, Kai, worra kana ijeesi. Ammo gurbaani goraade qalqala keesaa imbafanne, ufuma eje, wonti akanatiifi inni ijoolle, insodaate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa inni Yootoorii hangaftichaan, «Ka'ii isaan ajjeesi!» jedheen; mucaan garuu daa'ima waan ta'eef sodaatee guraadee itti hin luqqifanne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba inni Yeterii ilma ifii angafichaan, «Ka'iitii jara tana ijjeesi!» jedhe. Yeter ammoo mucaa diqqaa waan te'eef sodaatee, shallaagaa ifii hin buqqifanne.