Judges 8:22 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi suni worri Israeli waan Gideonini jed'e, Hayyu keenna tahi — Sifi d'alooti kankeleeni ch'ufti. Atini ya harka worra Midiani keesaa nu baafte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa namoonni Israa'elii Geedewooniin, «Waan worra Miidiyaamii jalaa nu baafteef ati, ilmi keetii fi ilmaan ilma keetiillee nu bulchaa'a» isaan jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Saniin duuba Israa'elooti Giidewoniin, «Harka worra Miidiyaanii jalaa waan nu baatteef, ati, ilmi keetii fi ilmi ilma keetii bulchitoota teenna te'a'a» jedhane.