Judges 8:23 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gideonini waan jed'eeni, Anini hayyu keesani intahu, yokhaani ilmi kiyyaleeni hayyu keesani intahu; AABBO Waaqati hayyu keesani tahe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Geedewoon garuu, «Ani isin hin bulchu, ilmi kiyyallee isin hin bulchu, Rabbitu isin bulcha» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Giidewon deebisee, «Mootiin Waan Maraa isin bulchuu ti malee, ani isin hin bulchu; ilmi kiyyalle isin hin bulchu» jedhe.