Judges 8:24 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle inni waan jed'e, Waan toko isani kad'ad'a, qube gurra ta boojitani ch'ufa naa keenna. (Worri Ishimaeli aka worra lafa aloo d'ibi qube worqi gurati naqata.)
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa Geedewoon worra Ismaa'eliitiin, «Worqii gurra irraa qabdanii fi waan boojitan keessaa worqii gurraa keessan naa kennaa'a» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni ammalle isaaniin, «Ani waan isin gaafadhu tokko qaba; tokko tokkoon keessan waan boojitane keessaa qubee worqi'ii ta gurraa naaf kenna'a» jedhe; qubee worqi'ii ta gurraa gurratti keyatiis aadaa worra Ishimaa'elootaa ti.