Judges 8:28 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akanaani worri Israeli worra Midiani dabsate, worri Midiani deebie worra Israeli ingargalchine. Lafti ganna afurtama, haga Gideonini jiru, nagaya argate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkaataa kanaan worri Miidiyaamii ijoollee Israa'elii jalatti kufanii ka'uu dadhaban; bara Geedewooniititti worri Israa'elii woggaa afurtamaaf nagaya argatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre worri Miidiyaanii worra Israa'elootaatiin injifatamane; deebi'aneelle mataa ol hin qabanne; bara Giidewonii keessa woggaa afurtama latti nageya dhaggatte.