Judges 8:34 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqa isaani, ka harka nyaapa isaani ch'ufa keesaa worra baase, hojja ch'ufa didani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijoolleen Israa'elii Rabbii Waaqa diintota isaanii jalaa isaan oolche hin irraanfatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Israa'elooti Mootii Waan Maraa Waaqa ifii, ka diinota adaala isaanii jiranu duudii jalaa isaan baase dedhane.