Judges 8:35 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri waan dansa Gideonini worra Israeliti tolche ded'e worra isaa galata d'owe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka inni worra Israa'eliitii waan mishaa mara godhe, isaan garuu maatii Geedewoonii mana Yiruba'aaliitii jasaa hin deebifne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkasuma isaan waan dansaa Giidewon ka «Yiruub-Ba'aal» jedhame, kolbaa Israa'eliitiif godhe maraaf, maatii isaatiif nama galataa hin teene.