Judges 8:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gideonifi worri isaa, ka d'ibba sadi kaani, galaana d'ufani taakani. Worri ya dad'abe ammo nyaapa reebu illakimne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa san Geedewoonii fi namoonni dhibba sadihii Yoordaanosiin gayanii ceeyanii yoo hagamillee dadhaban ari'a'aa turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Giidewonii fi namooti dhibbi sad isa woliin jiranu, gara laga Yordaanosii dhufanee gamatti bu'ane; isaan dadhabanulle diinota ari'iisa hin lakkinne.