Judges 8:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri dira Sukothitini bahe jennaani, inni waan worra dira sunitini jed'e, D'iiro, nama kiyyaa qit'a keenna, worri ya dad'abe ammalle nu Zebafi Salmuna hayyoota Midiani reebu jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa gara Suukootii gayan Geedewoon mootota Miidiyaamii Zaabiheelii fi Silmaanaa uduu ari'an waan dadhabaniiraniif, «Yabo'ootii banii na duukaa deeme kanniiniif waan nyaatan kenna'aafii» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qachaa Suukootii yennaa geyane Giidewon namoota qachaa keessa jiranuun, «Namooti na gula yaa'anu kun dadhabaneeran; maganne'e sagalee kenna'aaf; anille mootota Miidiyaanii, Zeba'aa fi Zalmunaa ari'iisatti jira» jedhe.