Judges 8:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo jaaroleeni Sukothi waan jetteeni, Nu maanifi sagale duula kanketi kennina, ka isani Zebafi Salmuna ammalle inqabini?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bulchoonni Suukootii, «Akka nu'u loltoota keetii waan nyaatan kenninu Zaabiheelii fi Silmaanaan amma harka kee jala jiranii?» jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qondaaltoti Suukootii ammoo, «Ati haga ammaa Zeba'aa fi Zalmunaa hin boojine, nuuti maaf sagalee loltoota keetiif kennina ree?» jedhane.