Judges 8:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba Gideonini waan jed'eeni, Haye, eegi AABBO Waaqi Zebafi Salmuna harka? kiyyati kenne anini qoraatifi gora lafa alootini isani d'aana.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Geedewoonillee, «Yoo Rabbi Zaabiheelii fi Silmaannaa dabarsee harka kiyya jala oolche, ani lafa gammoojji'ii keessatti qore'ee fi qummuuddu'uun nafa keessan tuma!» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Giidewon, «Dansa'a! Mootiin Waan Maraa yennaa Zeba'aa fi Zalmunaa harka kiyyatti dabarsee kenne, qore'ee fi qumi'uuduu goomole'eetiin nafa keessan babbassa» jedhe.