Judges 8:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba inni waan jed'e, Hojja anini nagayaani deebie mana keesani d'eera kana ch'abse balleesa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Innillee namoota Phini'eeliitiin, «Yoo nagayaan deebi'e ani kaloo dhaga'aa kana hin jissa!» jedhee isaanitti dubbate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Giidewon kolbaa Pheeni'eliitiin, «Injifacha'aan yennaa deebi'u, xelleephoo qachaa keessan ittiin eegattanu tana hin diiga» jedhe.