Judges 9:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ilmi Gideoni, ka Abimeleki jed'ani gara dira Shekemu d'aqe, fulla fiit'aani haad'a isaa teetu, waan jed'eeni,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ilmi Geedewoonii Abemelek gara eessumman ufii gara worra haadhaa Seekeemiin dhaqee,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ilmi Giidewonii Abiimelek gara qachaa Sheekemii, addee firri haadha isaa duudiin keessa le'u dhaqee, isaaniin