Judges 9:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo odaani waan jed'eeni, Yoyu hayyu keesani tahe, anini mid'aani kiyya miyao deebie imbaasu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Munni hurbu'uu garuu mi'aa kiyyaa fi daraaraa kiyya mishaa dhiisee mukkiin irratti mootii ta'u'uuf deemaa?› isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Muki harru'uu ammoo deebisee, ‹Isin bulchiisaaf jedhee, midhaan mi'awa'aa fi dansaa kiyya buusuu lakkisaa ree?› jedhe.