Judges 9:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo zabibuni waan jette, yoyu hayyu keesani tahe, anini daad'i, tiyya ta namaafi Waaqale gammachiiftu, deebie namaa inkennu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Woyiniinillee, ‹daadhii woyini'ii kiyya ka Rabbii fi namallee gammachiisu dhiisee mukkiin irratti mooyaa?› isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Muki woyni'ii ammoo deebisee, ‹Ani isin bulchiisaaf jedhee, midhaan kiyya ka daadhii woyni'iin te'ee waaqotaa fi namoota gammachiisu buusuu lakkisaa ree?› jedhe.