Judges 9:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Sabansi waan jed'eeni, Yo d'uguma hayyu keesaani na tolchu feetani, koota, gaadisa kiyya jala boqod'a. Yo isani diddani, ibidi qoraati dame tiyya keesaa bahe hind'eesa Lebanoni gube balleesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qoreen mukkiiniin, ‹Yoo ka dhuga'aan uf irratti na moosisuu feetanii kootta'aa na jalatti wol gayaa'a jedheen; yoo kana ta'uu baate ibiddi qoree keessaa bayee birbirsa Libaanosii haa fixuu› isaaniin jedhe» jedhee isaanii deebise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tuseen qore'eelle mukootaan, ‹Dhugumaan yoo mootii keessan na godhatiisa barbaaddane, kowa'aatii gaaddisa kiyya jalatti qubadha'a. Yoo tana hin godhin, ibiddi dameelee qore'ee tiyya keessaa bayee, hindheensa Libaanosii gubuu ti› jette.