Judges 9:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Amma duuba, isaani gaafa Abimeleki hayyu tolchitani, waan d'uga gula tolchitani seetani? Isani d'uguma ya Gideoni saalfatani, waan inni isaani tolche gula worra isaa qaabatani ulfeesitani?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Amma maarre Abemelekiin moosisuu keessaniin waan dhuga'aatii fi waan qajeelaa gootan seetan, Geedewoonii fi maatii isaatii waan mishaa barbaachisu waan gootaniif yoo seetan,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Tanaaf amma, Abiimelek yennaa mootii gootane qajeelumma'aa fi dhuga'aan yoo te'e, akkuma Giidewon isiniif godhe, isinille isaa fi maatii isaatiif waan dansaa yoo gootanee jiraattane,