Judges 9:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo arra worra abba kiyyati garagaltani, ilmaani isaa nama torbatama d'akha toko irati fit'ani — ammalle waan Abimelekini ka abbaani kiyya tissiti ira d'ale fiit'a teesani taheefi, isani hayyu Shekemu tolchitani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin adha maatii abbaa kiyyaa irratti diinumma'aan kaatanii ijoollee isaanii fixxaniirtan, ajjeeftaniirtan, horii isaanii ka coomellee dhagama tokko irratti qaltan, Abemelek obboleessa keessan waan ta'eef isa ilma garbitti'ii worra Seekeemii irratti moosiftaniirtan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Adha ammoo isin maatii abbaa kiyyaa irratti kaatanee, ilmaan isaa torbaatama dhakaa tokkocha irratti fixxanee, Abiimelek ka garbittii irraa dhalate obboleessa keessan waan te'eef, worra Sheekemii irratti mootii gootane.