Judges 9:24 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti woni kuni ch'ufti taateefi aka Abimelekifi worri Shekemu, ka gaafa inni ilmaani torbatama ta Gideoni fit'e wahelchefi gati ch'ubbu ufii argatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonti isaan waan kana godhaniif dhiiga ijoollee Geedewoonii torbaatama ta obboleessi isaanii Abemelek ficcisiisee fi akka isaan fixaniif worra Seekeemii ka isaan jajjabeesse haluu bawu'uuf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Marroo dhiiga ilmaan Giidewonii torbaatamaa, ka dhangala'ee, Abiimelekii obboleeyyan ifii ijjeesee fi akka inni obboleeyyan ifii ijjeesu ka isa jajjabeesse, worra Sheekemii haluu bayiisaaf Waaqi tana godhe.