Judges 9:27 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri ch'ufti oobru zabibu yae mid'aani guure, daad'i ira mid'aase jila tolfate. Jennaani mana waaqa isaani d'aqani, achiti nyaatani d'ugani Abimeleki hamatani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maruu gara maasaa ufii dhaqanii woyinii ufii guuratan, daadhii woyini'ii naqanii ayyaanteeffatan; mana woyyuu ka Rabbiin itti waaqeffatan seenanii nyaata'aa dhuga'aa waan Abemelekii balda'aa dubbatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan duudiin gara fichaa woynii ifii dhaqanee, midhaan woyni'ii guuratanee daadhii woyni'ii cunfanee jila jilifatane. Achiin duuba isaan gara galma waaqa ifii seenanee nyaatanee unanee Abiimelek abaarane.