Judges 9:28 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaalini waan worraani jed'e, Isii nu d'iira akamititi Shekemu keesaa d'alate? Nu maafi Abimeleki hojanna? Inni qara eenu? Ilma Gideoni! Zebulini dubbi isaa gula deema, ammo nu maafi isa hojanna? Ababo keesani Hamori, ka gochiti teesani iraa baate gula baatani ho?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ga'aal ilmi Abeedii, «Abemelekiin nu jalatti bullu eennu? Seekeemillee maali'i? Inni ilma Geedewooniitii mii? Zeebuul ka inni muudee mii? Abbaa Seekeemiitii, namoota Eemooriitiillee hin bitaman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ilmi Ebeedii Ga'aal, «Nuuti worri sheekemii ka isa tajaajillu, Abiimelek eennu inni? Inni ilma Giidewonii, Zebulille ajajaan isaa gadii, namoota sanyii Hamoorii abbaa Sheekemii worra tajaajilanee motii? Nuuti maaf isa tajaajilla ree?