Judges 9:29 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
D'iiro ato anini sila isaani dura deeme, Abimeleki isaani duraa boola kaya! Sila waan jed'uuni, duula kanke nama iti darad'u, kooti woli haana!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maaf Abemelekii bitamna? baniin kun uduu ka na jalatti bulu ta'ee silaa ani Abemelekiin hin ari'a jedhe; Abemelekiinillee ‹Duula kee yaafadhuu koottu!» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaa tana ka sooressu adoo na te'e Abiimelekiin, ‹Loltoota teeti mara waammadhuutii, bayii loli› jedhee, barcumaa isaa irraa isa hin buusaayyu» jedhe.