Judges 9:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Fiit'aani haad'a isaa dubbi tana worra Shekemuti haasoofte jennaani. Worri Shekemu waan worri wolfit'atifi ee jed'e Abimeleki gula bahe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eessumman isaa waan kanniin maraa namoota Seekeemii marattuu himan; hennaa tana isaanillee, «Inni obboleessa keenna» jedhanii garaa ufiitiin gara Abemelekii goran.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Firri haadha isaa marroo Abiimelekiitiif, namoota qachaa Sheekemiititti dubbatane; namooti Sheekemille, «Inni obboleessa» jedhanee, isa hordofiisaaf murteeffatane.