Judges 9:31 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nama Abimeleki ka Aruma jiruti erge waan jed'eeni Gaali ilmi Ebalitifi oboleyaani isaa yayu Shekemu d'ufani, duuba worri dira seenu si d'owa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkana jedhee Abemelekitti dhaamsa erge; «Ilmi Abeedii Gala'aalii fi obboleewwan isaa kunoo gara Seekeemii dhufaniiran, worra qachattii keessa jiran sitti kakkaasa'aaran.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni Abiimelekii Arumaa keessa jirutti malaan namoota ergee, «Ilmi Ebeedi Ga'aalii fi obboleeyyan isaa gara qachaa Sheekemii dhufanee, namoota qacha'aa si irratti kakkaasaneeran;