Judges 9:33 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Bori yo biiftuuni baatu kaa, ato worri isani imbeekanne dira marsa had'a. Duuba hojja Gaalifi d'iirti isaa d'owa d'ufte, haga dandeetani ch'ufa had'a!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
boru yoo bariitee aduun baate, qachatti irratti dimmaa balaa guddaa buusaa'a; Gala'aadii fi worri isa woliin jiru hennaa isin woraanu'uuf yaa'an haguma dandeettanitti jabaadha'aa isaan rukuttaa'a» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Boru ganama yennaa aduun baatu, qachaa san ariiti'iin ilaala'a. Ga'aalii fi namooti isaa isin loliisaaf yennaa gad bayanu, haga dandeettane lola'a» jedhe.