Judges 9:36 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaalini worra arge jennaani waan Zebulini jed'e, Laali! Nama d'iira ka fiit'e gaara ira gadi oriu! Zebulini waan jed'eeni, Laki, sunini namaaniti, gaandiduma gaara iraati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ga'aal haga banii arge Zeebuuliin, «Kunoo! qaccee gaaraa irraa baniin gad bu'a!» jedheen. Zeebuulillee, «Gaaddidduu gaaraa ka nama fakkaatu arga'aarta» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ga'aal yennaa isaan dhagge, Zebuliin, «Ilaal! Kolbaan qaccee gaaraa irraa gad bu'iisatti jirti» jedhe. Zebulille isaan, «Gaaddisa gaarota irraatitti kolbaa sitti fakkaate» jedhe.