Judges 9:37 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle Gaalini waan jed'eeni me, kuno laali! Nama fiit'e gaara ira gubuu! Hagi tokoleeni kara mukha gudda worra wohimu kaanini d'ufuti jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ga'aalillee, «Laali baniin gaara irraa gad bu'a'aaranii banii cinaa tokkoo karaa qilxuu falaa ka worra asmaa hojjatuu dhufa'aaran» jedhee dubbate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammalle Ga'aal, «Ilaal! Kolbaan hidha gaaraa irraa gad bu'iisatti jirti; goliin tokko ammoo, karaa qilxaa worra moruutiin dhufiisatti jirti» jedhe.