Judges 9:38 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Zebulini waan jed'eeni, Kiyyibi kanke kaana me amma? Nami waan nu Abimeleki hojannufi gaafate siiniti? Worri atini reefu tufate kananiti? Amma beeni deemi, worra had'i!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa Zeebuul, «Dhaaduun kee sun martuu eessa dhaqe? ‹Nama Abemelek jedhamuuf wonti hojjannuuf maali'i?› jedhee namni gaafate si'ii mii? namoonni balda'aa isaanitti dubbatte kanniin; ka'ii amma isaaniin loli» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Zebul isaan, « ‹Akka isa tajaajilluuf Abiimelek eennu inni?› jettee ka ati bookkitte amma meet ree? Worri ati tuffatte isaan kanaa motii? Amma gad bayiitii isaan woliin loli» jedhe.